Godina Salaalee fi Lixa Shaggar keessatti PPn network balleessuun Ummata hidhaa,Manneen isaa abiddaan gubaa fi saamicha raawwatamaa jiru
#Salaale Farda luugamee,Da’imman harqoota baachisee nagaan akka bu’uuf Waamicha godhe network bilbilaa irraa cufuun dararaa hamaa irraan gahaa jiru mootummaan.…