Itoophiyaan jalqaba bara 2025tti biyya Afrikaa keessatti baasii ykn qaala’insi jireenyaa itti hammaate ishee duraa jedhamte.
Biyyoota Afrikaa bara 2025 qaala’insi jireenyaa olaanaa tahan keessaa #Itiyoophiyaan sadarkaa calqabaa irratti jirti jedhe qorannoon business Insider calqaba 2025…