Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Author: sqeerroo

Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Halagaan hanga Oromiyaan geessu hubatanii siyaasaa Oromoo keessaa yoo hin galin nagaan hin jiru.
Uncategorized

Halagaan hanga Oromiyaan geessu hubatanii siyaasaa Oromoo keessaa yoo hin galin nagaan hin jiru.

sqeerrooDecember 3, 2023

Halagaan hanga Oromiyaan geessu hubatanii siyaasaa Oromoo keessaa yoo hin galin nagaan hin jiru. Muddee 3-12-2023. Galma siyaasaa of dandahaa…

Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Gidaamii keessatti Waraanni goolessaan PP dargaggoota mana Amantaa keessatti kadhannaa irra turan qabanii deemuun gammoojjii keessatti rashanuun beekame.
Uncategorized

Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Gidaamii keessatti Waraanni goolessaan PP dargaggoota mana Amantaa keessatti kadhannaa irra turan qabanii deemuun gammoojjii keessatti rashanuun beekame.

sqeerrooDecember 3, 2023

Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Gidaamii keessatti Waraanni goolessaan PP dargaggoota mana Amantaa keessatti kadhannaa irra turan qabanii deemuun gammoojjii keessatti…

barattuu Na’iimaa Abdoo
Uncategorized

barattuu Na’iimaa Abdoo

sqeerrooDecember 3, 2023

#Boosat Waraanni murni PP Abiyyiin hogganamu Shaggar Bahaa Boosat keessatti dubartii nagaa Waraana Bilisummaa Oromoo waliin hidhata qabda jechuun ajjeese.…

Mootummaan araaraaf qophii tahuu isaa nutti argisiisuuf hidhamtoota siyaasaa hidhaa jiran haalduree tokko malee hiikuu qaba jedhan Hoggantootni WBO.
Uncategorized

Mootummaan araaraaf qophii tahuu isaa nutti argisiisuuf hidhamtoota siyaasaa hidhaa jiran haalduree tokko malee hiikuu qaba jedhan Hoggantootni WBO.

sqeerrooNovember 15, 2023

Mootummaan araaraaf qophii tahuu isaa nutti argisiisuuf hidhamtoota siyaasaa hidhaa jiran haalduree tokko malee hiikuu qaba jedhan Hoggantootni WBO. Marii…

Artist Haaloo Daawwee du’aan Addunyaa irraa boqotte.
Uncategorized

Artist Haaloo Daawwee du’aan Addunyaa irraa boqotte.

sqeerrooOctober 15, 2023

Mootiin shaggooyyee Artist Haaloo Daawwee Addunyaa kana irraa du’aan boqotte. Artist Haaloo Daawwee umurii ishee ijoollummaa irraa eegaltee bara Afaan…

Uncategorized

Shaggar lixaa Cobiitti WBOn ummata waliin Irreeffate.

sqeerrooOctober 11, 2023

Shaggar lixaa Aanaa Cobiitti waraanni Bilisummaa Oromoo ummata naannoo waliin tahuun Irreecha bara kanaa 2023 irreeffachuun nagaan goolabame.   Irreechi…

Waldhabdee Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo :
Uncategorized

Waldhabdee Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo :

sqeerrooOctober 6, 2023

Waldhabdee Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo :BilchinaHooggansaa fi Galma Gahiinsa Qabsoo Oromiyaatiif   Leenjisaa Kitilaa-tiin   Waldhabdee (conflict) yeroo dhageenyu miira…

Humnootiin finxaaleyyii Amaaraa ilma Oromoo morma kutuun itti sirban
Uncategorized

Humnootiin finxaaleyyii Amaaraa ilma Oromoo morma kutuun itti sirban

sqeerrooOctober 2, 2023

#yakka_ulfaataa Humnootni Finxaaleyyii Amaaraa Faannoon haala suukkaneessaan ilmaan Oromoo morma irraa kutanii handhuura irra kaayanii ittin dhaadataa jiru. Minilikiin kaleessa…

Godina Salaalee Darraatti Finxaaleyyiin Amaaraa Haleellaa banan
Uncategorized

Godina Salaalee Darraatti Finxaaleyyiin Amaaraa Haleellaa banan

sqeerrooOctober 2, 2023

Finxaaleyyiin Faannoo kaleessa irraa jalqabanii Godina Salaalee Darraa haleelaa jiru. [SQ,Onkoloolessa 2,2023] Finxaaleyyiin Faannoo kaleessa Onkoloolessa 1,2023 gara galgalaa Aanaa…

Ummatni akka gara Finfinnee hin imalleef ppn uggura kaayuu eegalte
Uncategorized

Ummatni akka gara Finfinnee hin imalleef ppn uggura kaayuu eegalte

sqeerrooOctober 2, 2023

Magaala Gimbiitti hawaasni geejjiba dhabuun danqame. [SQ,Onkolooleess 2,2023] Wallagga Lixaa magaalaa Gimbii irraa uummati Oromoo danqamuu odeessi magaalichaa arganne beeksisee…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Irreechi Birraa guyyaa Uummanni Oromoo bacaqii gannaa ofkalee booqaa birraatti ba’uu isaaf Waaqa isa Uumeef galata galchuuf jecha malkaa bu’uun kan irreeffatuudha.
  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • 𝗗𝘂’𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗳 𝗕𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗯𝘂𝘂 𝗠𝗶𝘀𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 𝗕𝘂𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗔𝗕𝗢 𝗝𝗮𝗮𝗹 𝗖𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗥𝗼𝗼𝗿𝗿𝗶𝘀𝗮𝗮 (𝗧𝗮𝘀𝗳𝗮𝗮𝘆𝗲𝗲 𝗧𝗮𝗿𝗿𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗚𝘂𝗿𝗺𝘂𝘂) 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗷𝗼𝗼 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝗶 -𝗔𝗕𝗢
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.