Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Author: sqeerroo

Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Kaaba Shaggaritti waraanni mootummaa namoota 5 ajjeesuun qabeenyaa mancaase
Uncategorized

Kaaba Shaggaritti waraanni mootummaa namoota 5 ajjeesuun qabeenyaa mancaase

sqeerrooMay 22, 2023

Kaaba Shaggaritti ajjechaa suukanneessaan ummata irratti raawwatamaa jiraachuun dhaga’ame caamsaa 22/2023 Maddeen oduu akka gabaasaa jiranitti Kaaba Shaggar, Salaalee bakkoota…

Hoggantootni fi Qondaaltonni ABO baatii tokko dura dhabamsiifaman Mana Hidhaa Buraayyuutti deebifaman.
Uncategorized

Hoggantootni fi Qondaaltonni ABO baatii tokko dura dhabamsiifaman Mana Hidhaa Buraayyuutti deebifaman.

sqeerrooMay 22, 2023

Hoggantootni fi Qondaaltonni ABO waggaa sadii dura qabamanii hidhaman haqa dhabanii dararaa argaa jiru.   Caamsaa 22/2023   Hoggantootni fi…

W/lixaa Jaarsootti Tajaajilaa Waldaa dabalatee waraanni pp namoota 5 ajjeesan
Uncategorized

W/lixaa Jaarsootti Tajaajilaa Waldaa dabalatee waraanni pp namoota 5 ajjeesan

sqeerrooMay 22, 2023

  Wallaggaa Lixaa Jaarsootti Waraanni Bilxiginnaa Tajaajilaa Waldaa Kiristaanaa Tasgaraa Nagaasaa dabalatee namoota nagaa 5 ajjeesun dhaga’ame. (SQ-Caamsaa 22,2023) Godina…

Ibsa Gaddaa ABO lubbuun darbuu Hajii Biiftuu Fayyisoo fi Barsiisota Yuuniversitii Madda Walabuu ilaalchisee
Uncategorized

Ibsa Gaddaa ABO lubbuun darbuu Hajii Biiftuu Fayyisoo fi Barsiisota Yuuniversitii Madda Walabuu ilaalchisee

sqeerrooMay 20, 2023

  Ibsa Gaddaa, Boqotuu Haaji Biiftuu Fayyisoo fi Balaa Konkolaataan Du’uu Barsiisota Yuniversitii Madda Walaabuu Adda Bilisummaa Oromoo – Caamsaa…

Reeffi Lammiwwan Itiyoopiyaa biyya irraa godaanan Yemen keessatti argame.
Uncategorized

Reeffi Lammiwwan Itiyoopiyaa biyya irraa godaanan Yemen keessatti argame.

sqeerrooMay 19, 2023

  Yamanitti reeffi baqattoota Itoophiyaa hedduu argame. Caamsaa 19/2023 Bulchiinsa Yaman dhiheenya Saawudiitti argamuutti reeffi namoota sababii adda addaatiin du’aniifi…

Uncategorized

Dargaggoo Tiktok dalaguun beekamuTaarikuu Dhaabaa humna waraanaa mootummaan reebame.

sqeerrooMay 17, 2023

Dargaggoo Taarikuu Dhaabaa humnoota waraanaa mootummaan reebicha irra gaheen iji isaa dhiiga booye. Caamsaa 17/2023   Dargaggoo Taarikuu Dhaabaa kan…

Waraanni Mootummaa haleellaa WBOn irraan gaheen kan mufate ummata nagaa ajjeesaa jira.
Uncategorized

Waraanni Mootummaa haleellaa WBOn irraan gaheen kan mufate ummata nagaa ajjeesaa jira.

sqeerrooMay 17, 2023

Godina Shaggar lixaa keessatti waraanni mootummaa namoota nagaa ajjeesaa jira.   Caamsaa 17/2023   Shaggar Lixaa aanaalee Midaa Qanyii fi…

Shawaa Bahaa Liiban Cuqqaalaatti Caasaan Bilxiginnaa qabeenya qonnaan bultoota mancaasuun dhaga’ame
Uncategorized

Shawaa Bahaa Liiban Cuqqaalaatti Caasaan Bilxiginnaa qabeenya qonnaan bultoota mancaasuun dhaga’ame

sqeerrooMay 16, 2023

  Shawaa Bahaa Liiban Cuqqaalaatti Caasaan Bilxiginnaa qabeenya qonnaan bultoota mancaasuun dhaga’ame. (SQ-Caamsaa 16,2023) Godina Shawaa Bahaa Ona Liiban Cuqqaalaa…

Sulultaatti Mana Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa Diiguun namoota 17 hidhan.
Uncategorized

Sulultaatti Mana Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa Diiguun namoota 17 hidhan.

sqeerrooMay 16, 2023

Sulutaatti Mana amantaa Hordoftoota Waaqeffannaa naannichaa caccabsuun namoota amantaa sana hordofan 17 ukkaamsan. Caamsaa 15/2023 Aanaa Sulultaa caancootti Dhaabbata Hordoftoota…

Guyyaan gootota Oromoo kan bara 2023 jaarmiyaa ABO biyya alaatti kutaa Kanaadaa,konyaa Gadaa bilisummaa Oromoo magaalaa Edmentenitti haala ho’aadhaan kabajamee oole.
Uncategorized

Guyyaan gootota Oromoo kan bara 2023 jaarmiyaa ABO biyya alaatti kutaa Kanaadaa,konyaa Gadaa bilisummaa Oromoo magaalaa Edmentenitti haala ho’aadhaan kabajamee oole.

sqeerrooMay 14, 2023

Guyyaan gootota Oromoo kan bara 2023 jaarmiyaa ABO biyya alaatti kutaa Kanaadaa,konyaa Gadaa bilisummaa Oromoo magaalaa Edmentenitti haala ho’aadhaan kabajamee…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Irreechi Birraa guyyaa Uummanni Oromoo bacaqii gannaa ofkalee booqaa birraatti ba’uu isaaf Waaqa isa Uumeef galata galchuuf jecha malkaa bu’uun kan irreeffatuudha.
  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • 𝗗𝘂’𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗳 𝗕𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗯𝘂𝘂 𝗠𝗶𝘀𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 𝗕𝘂𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗔𝗕𝗢 𝗝𝗮𝗮𝗹 𝗖𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗥𝗼𝗼𝗿𝗿𝗶𝘀𝗮𝗮 (𝗧𝗮𝘀𝗳𝗮𝗮𝘆𝗲𝗲 𝗧𝗮𝗿𝗿𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗚𝘂𝗿𝗺𝘂𝘂) 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗷𝗼𝗼 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝗶 -𝗔𝗕𝗢
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.