Waraanni PP tuuta Abbootii Gadaa Karrayyuu ajjeesuun dhagahame
Waraanni mootummaa Bilxiginnaa ammas miseensa tuuta gadaa Michillee Abbadaa Boruu ajjeesuu jiraattonni himan. (SQ-Ebla 13,2023) Miseensonni tuuta gadaa 4 waraana…
Waraanni mootummaa Bilxiginnaa ammas miseensa tuuta gadaa Michillee Abbadaa Boruu ajjeesuu jiraattonni himan. (SQ-Ebla 13,2023) Miseensonni tuuta gadaa 4 waraana…
Ilmi Oromoo akkasiin ajjeefamaa irratti geerarama! Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, [4/12/2023 2:57 AM] “Bakka qaamni 3ffaa jirutti marii araaraaf dhiyaannee…
Gargaarsi namoomaa Itoophiyaaf arjoomame gabaarratti gurguramaa jira jedhe jaarmiyaan mootummoota gamtoomanii. (Ebla 11,2023) Dhaabbani Sagantaa nyaata mootummoota gamtoomanii namoota…
Obbo Kennasaan konkolaataa fi poolisiif kaffalanii mana hidhaatii deddeebi’anii yaalamu’ Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) hooggantooti isaa Itoophiyaa keessatti ”dabaan hidhaman”…
𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐏𝐏 𝐇𝐨𝐠𝐠𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐐𝐨𝐧𝐝𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐁𝐎 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐢𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐆𝐢𝐝𝐢𝐫𝐬𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐆𝐚𝐝𝐢-𝐝𝐡𝐢𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐐𝐚𝐛𝐚. Ijoo Dubbii ABO – Ebla 11,…
Humni Addaa Amaaraa Uummata Oromoo Walloo irratti lola banuun namoota 5 ol ajjeesun 5 madeessun dhaga’ame. (SQ-Ebla 10,2023) Yeroo amma…
Qabsaawota Oromoo mana hidhaa Buraayyuu jiran dhukkubsatanii yaala dhabuun qarqara du’a arra gahanii jiru. Ebla 9/2023 Qabsaawota Oromoo…
𝐇𝐚𝐫𝐢𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐎𝐥𝐥𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐓𝐚𝐚𝐬𝐢𝐟𝐚𝐦𝐮 𝐋𝐚𝐦𝐦𝐢𝐢𝐥𝐞𝐞𝐝𝐡𝐚𝐚𝐟 𝐁𝐮’𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐦𝐬𝐢𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐗𝐢𝐲𝐲𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐚. Waliigaltee Waraanaa Haaraa Itiyoophiyaa fi Ertiraa Ilaalchisee ibsa…
Hidhamuu abbootii lallaba godinoota wallaggaa humnoota tikaan butamanii ilaalchiisee hordoftoonni amantii ortodoksii mormii gaggeessaa jiru.
Bilxiginnaan Abbooti Kutaa Lallaba Wallaggaa Lixaafi Wallaggaa Bahaa kan ta’aan Abbaa Garbi’eeliifi Abbaa Barsumaa hidhun dhaga’ame. (SQ-Ebla 6,2023) Fedhii hordooftoota…