Waraanni Mootummaa haleellaa WBOn irraan gaheen kan mufate ummata nagaa ajjeesaa jira.
Godina Shaggar lixaa keessatti waraanni mootummaa namoota nagaa ajjeesaa jira. Caamsaa 17/2023 Shaggar Lixaa aanaalee Midaa Qanyii fi…
Godina Shaggar lixaa keessatti waraanni mootummaa namoota nagaa ajjeesaa jira. Caamsaa 17/2023 Shaggar Lixaa aanaalee Midaa Qanyii fi…
Shawaa Bahaa Liiban Cuqqaalaatti Caasaan Bilxiginnaa qabeenya qonnaan bultoota mancaasuun dhaga’ame. (SQ-Caamsaa 16,2023) Godina Shawaa Bahaa Ona Liiban Cuqqaalaa…
Sulutaatti Mana amantaa Hordoftoota Waaqeffannaa naannichaa caccabsuun namoota amantaa sana hordofan 17 ukkaamsan. Caamsaa 15/2023 Aanaa Sulultaa caancootti Dhaabbata Hordoftoota…
Guyyaan gootota Oromoo kan bara 2023 jaarmiyaa ABO biyya alaatti kutaa Kanaadaa,konyaa Gadaa bilisummaa Oromoo magaalaa Edmentenitti haala ho’aadhaan kabajamee…
Akaakuuwwan oomishaalee nyaataa baay’inni isaanii 91 tahe hawaasni akka hinfayyadamne ifoomanii jiru. Guyyaa har’aa Caamsaa 11, 2023 Abbaan Taayitaa…
Raayyaan Ittisa Biyyaa Shaggar Kaabaatti namoota nagaa jumulaan ajjeese booda awwaalcha dhorke. Caamsaa 10/2023 Gocha ajjeechaa sukuneessaa…
Paatiriyaarkiin Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Abuna Maatiyaas rakkoon bataskaanattii mudate atakaaroo walqabuun kan furamu akka hin taane himan. Abuna Maatiyaas…
Saamtotni Eenyummaan isaanii hin beekamne Baakkoo fi naannoo isheetti maqaa W30 balleessaa jiru. Tibbana erga Araarri W30 fi mootummaa…
Mooraa Leenjii Sanqalleetti namootni ukkaamfaman dhukkuboota daddarbaadhaan du’aa fi Jireenya gidduu jiraachu himame. Caamsaa 01/2023 ====================== Sirni dhala Oromoof naasuu…
KFOn ‘sirni mootummaa waloo hunda hirmaachise’ akka bundeeffamu gaafate. KFOn walga’ii koree gidduu dhaabichaa guyyaa lamaaf ture booda har’a…