Jaal Alamaayyoo Diroo Humnoota tika Bilxiggaan qabamee Hidhame.
Qabsaa’aa Gameessaa fi walitti qabaa Koree Naamusaaf to’annoo ABO kan ta’an Jaal Alamaayyoo Diroo Humnoota tika Bilxiggaan qabamee Hidhame. (SQ-Fulbaana…
Qabsaa’aa Gameessaa fi walitti qabaa Koree Naamusaaf to’annoo ABO kan ta’an Jaal Alamaayyoo Diroo Humnoota tika Bilxiggaan qabamee Hidhame. (SQ-Fulbaana…
Finfinnee keessatti dargaggoota Oromoo Sabboontota ta’an ukkamsanii mana hidhaatti darbuun akkuma itti fufetti jira. (SQ-Fulbaana 27,2022) Finfinnee dabalatee Godinoota addaa…
(Uummata Wallaggaaf Sagalee taana) Ajj**eechaa sukkanneessaan uummata Oromoo Horroo Guduruu Wallaggaa, Wallagaa Bahaa keessatti gaggeeffamaa jira. Uummatni qe’ee fi qabeenya…
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Ona Jaardagaa Jaarteetti haleellaa Shororkeessitoonni Faannoo fi Finxaaleyyiin Amaaraa tibbana raawwataniin Ummanni qe’ee isaarraa buqqaafame birmannaa…
Gujii Lixaatti waraanni Bilxiginnaa Dargaggoota nagaa 4 rasaasaan ajjeesee. (SQ-Fulbaana 28,2022) Fulbaana 25/2022 Godina Gujii Lixaa aanaa Bulee Horaa ganda…
Bunnoo Beddelleetti Waraanni Bilxiginnaa Barsiisaa 1 ajjeesuun beekame. (SQ-Fulbaana 24,2022) Waraanni faashistii Bilxiginnaa kutaalee Oromiyaa garaa garaa keessatti ilmaan Oromoo…
Mooraan Qabsoo Bilisummaa Oromoo adeemsa OPDO kaleessa PP har’a sirnaan hubachuu qaba jedhame. (SQ-Fulbaana 24,2022) OPDO’n kaleessaa PP’n gurmuu albaadhessotaa,…
Ona Jaardegaa Jaarteetti gareen Finxaaleyyii Faannoo jedhamanii fi poolisootni Federaalaa qaama Mootummaa waliin ta’uun hawaasa nagaa irratti haleellaa banuun lubbuu…