‘Itoophiyaatti manneen barnootaa 5,500 ol tajaajila kennaa hin jiran’ – Komishinii Mirga Namoomaa
Naannolee Itoophiyaa garaa garaa keessatti manneen barnootaa 5,500 ol tajaajila baruufi barsiisuu kennaa hin jiran jedhe Komishiniin Mirgooota Namoomaa Itoophiyaa.…