Skip to content

  • About
  • Contact Us
  • Ejjannoo
  • Home

Category: Uncategorized

Yaaliin Ajjeechaa Wellisaa Caalaa Bultumee irratti raawwate
Uncategorized

Yaaliin Ajjeechaa Wellisaa Caalaa Bultumee irratti raawwate

sqeerrooSeptember 1, 2023

Yaaliin Ajjeechaa Wellisaa Caalaa Bultumee irratti Finfinnee keessatti gaggeeffamuu dubbate. Akka Wellisaa Caalaa Bultumee fuula miidiyaa Hawaasaa dhuunfaa isaa irratti…

Qabsaa’aan ni du’a qabsoon itti fufa
Uncategorized

Qabsaa’aan ni du’a qabsoon itti fufa

sqeerrooAugust 29, 2023

Qabsoo Bilisummaa Oromoo ABOn durfamu keessatti qooda mul’ataa qabaachaa kan ture Obbo Faranjii Hedaa Kushanee du’aan boqote. Lixa Oromiyaa Godina…

Ergamaan addaa Gaanfa Afrikaa ambassador Mayik Hamer Itiyoophiyaa dhufuuf jedhame
Uncategorized

Ergamaan addaa Gaanfa Afrikaa ambassador Mayik Hamer Itiyoophiyaa dhufuuf jedhame

sqeerrooAugust 29, 2023

Gaanfa Afrikaatti ergamaan addaa kan Yunaayitid Isteetis, Maayik Hamer tibbana gara Itiyoopiyaatti dhufuun dhimma wal dhabdee Naannoo Oromiyaa keessaa fi…

Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abee Dongorootti humni Finxaaleyyii haleellaa raawwate
Uncategorized

Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abee Dongorootti humni Finxaaleyyii haleellaa raawwate

sqeerrooAugust 29, 2023

Godina Horroo Guduruu wallaggaa fi Shaggar kaabaatti Finxaaleyyiin Amaaraa Lola bananiin ummata irra miidhaan qaqqabe Haleellaa gurmaa’aa tibbana Finxaaleyyiin Amaaraa…

Humni Finxaaleyyii Amaaraa daangaa darbuun haleellaa raawwataniin lubbuun darbe
Uncategorized

Humni Finxaaleyyii Amaaraa daangaa darbuun haleellaa raawwataniin lubbuun darbe

sqeerrooAugust 29, 2023

Humnootiin Finxaaleyyii Amaaraa maqaa Faannoon socho’an Kaaba Shaggar Aanaa Darraatti Halleellaa raawwatan. Finxaaleyyiin Amaaraa yeroo irraa gara yerootti daangaa darbuun…

Qondaalli ABO Lammii Beenyaa dhukkubsatee yaala dhabe
Uncategorized

Qondaalli ABO Lammii Beenyaa dhukkubsatee yaala dhabe

sqeerrooAugust 26, 2023

Qondaalli ABO dargaggoo Lammii Beenyaa mana hidhaa Buraayyuu keessatti dhibamee yaala rakkate. Dargaggoo lammii Beenyaa wareegama Artist Hacaaluu hordofee waggaa…

Ummatni daangaa isaa gurmuun tikfachuu akka qabu akeekame
Uncategorized

Ummatni daangaa isaa gurmuun tikfachuu akka qabu akeekame

sqeerrooAugust 26, 2023

Sochiin humnoonni finxaaleyyii Amaaraa gara Oromiyaatti taasisaa jiran  bal’achaa jiraachuu hordofee uummanni gurmaa’ee daangaa isaa eeggachuu akka qabu hubachiifame. Aanaa…

Godina Horroo Gufuruutti Haadha warraa fi Abbaan warraa humnoota mootummaan ugguraman.
Uncategorized

Godina Horroo Gufuruutti Haadha warraa fi Abbaan warraa humnoota mootummaan ugguraman.

sqeerrooAugust 23, 2023

  ODUU HIDHAA Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Ona Guduruu jiraattota Ganda Waltaanee Gubbaa dambii kan ta’ani Obbo Mulaatuu Iddoosaa fi…

Godaantotni Itiyoophiyaa hedduun  ajjeefaman
Uncategorized

Godaantotni Itiyoophiyaa hedduun ajjeefaman

sqeerrooAugust 21, 2023

Eegdonni daangaa Sa’udii godaantota Itoophiyaa hedduu ajjeesan – gabaasa HRW Dhaabbati mirga namaaf falmu- Human Rights Watch gaabaasa haaraa baaseen,…

Seman Sherif: Tortured and killed
Uncategorized

Seman Sherif: Tortured and killed

sqeerrooAugust 19, 2023

Seman Sherif: Tortured and killed Family of Seman Sharif Heydar who passed away after being  tortured by members of the…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Archives

  • April 2026
  • January 2026
  • December 2025
  • November 2025
  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022
  • March 2020
  • January 2020

Categories

  • Business
  • Economy
  • Fashion
  • Food
  • Health
  • Lifestyle
  • News
  • Sports
  • Tech
  • Travel
  • Uncategorized
  • Western
  • World
  • Yoga

Useful Links

  • Log in
  • Entries feed
  • Comments feed
  • WordPress.org

Copyright © 2026 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.