Achi buuteen isaa dhabamee ajjeefamee awwaalcha dhabe
Du’e jedhanii booyanii hin awwaallanne jira jedhanii barbaadanii hin arganne gooticha sanyii Warqituu Iyyaasuu Mohaammad Gootni ni dhalata malee akka…
Du’e jedhanii booyanii hin awwaallanne jira jedhanii barbaadanii hin arganne gooticha sanyii Warqituu Iyyaasuu Mohaammad Gootni ni dhalata malee akka…
Mootummaan Impaayera Itoophiyaa daandii imalaa ugguraa jira. [SQ, Fulbaana 27 2023] Yeroo si’anaa kana erga mootummaan Prosperity Party jedhamu aangootti…
Baankiin Siinqee mirga hojjettoota sarbe,qabeenya uummataa Oromoos saame jechuun hojjettootni komatan . Fulbaana 20,2023 irraa jalqabee guyyoota jahaffaaf hojjettootni Baankii…
Aangoo isaa tiksachuuf jeneraalota waraanaaf lafa Finfinnee keessatti akka kennamuuf Abiyyii Ahimed taasise. Muummichi ministeeraa Abiyyi Ahimed aangoo isaa tiksachuuf…
Waldaan Fannoo Diimaa Itoophiyaa ambulaansiin gargaarsa namoomaatiif itti gargaaramu waajirasaa naannoo Amaaraa magaalaa Finoota-Salaam jiru keessaa hidhattoonni humnaan jalaa…
Ajjeechaa jumulaa maatii tokkoo keessaa namoota 5 rashaman Giddaa Ayyaanaatti Maqaan isaanii: 1, Baabbuu Hajii, 2, Bilaadin Jiboo, 3, Obboloota…
Mootummaa ummata nan bulcha jedhuuf dantaa hin qabne irraa waan abdatamu hin jiru Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Biyya…
Ajjeechaa jumulaan Giddaa Ayyaanaatti raawwatame shira hoggantoota Mootummaa olaanaan qindaaye tahuun beekame. Humni hidhate kan daangaa Oromiyaa cehuun lammiilee…
Humnaan Nyaataniif Humna Hin Tahu Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Fulbaanni 15, guyyaa seena qabeessa guyyaa gaafa hoogganni ABO…