Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Category: Uncategorized

Ajajaan WBO zoonii kibbaa Jaal Gammachuu Abbooshee dhaamsa dabarsatan
Uncategorized

Ajajaan WBO zoonii kibbaa Jaal Gammachuu Abbooshee dhaamsa dabarsatan

sqeerrooJuly 12, 2023

Dhaamsa Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii kibbaa ย Jaal Gammachuu Abbooyyee Miseensota Waraanaa fi deeggartoota akkasumas Ummata Oromoof maqaa waraanaa golgaa…

Mootummaan araaraaf qophii tahuu isaa nutti argisiisuuf hidhamtoota siyaasaa hidhaa jiran haalduree tokko malee hiikuu qaba jedhan Hoggantootni WBO.
Uncategorized

Mootummaan araaraaf qophii tahuu isaa nutti argisiisuuf hidhamtoota siyaasaa hidhaa jiran haalduree tokko malee hiikuu qaba jedhan Hoggantootni WBO.

sqeerrooJuly 4, 2023November 15, 2023

Mootummaan araaraaf qophii tahuu isaa nutti argisiisuuf hidhamtoota siyaasaa hidhaa jiran haalduree tokko malee hiikuu qaba jedhan Hoggantootni WBO. Marii…

Qabsaa’ota Oromoo yakka tokko malee M/Hidhaatti dararamaa jiraniif duula Twitter
Uncategorized

Qabsaa’ota Oromoo yakka tokko malee M/Hidhaatti dararamaa jiraniif duula Twitter

sqeerrooJuly 4, 2023

Boru galgala duula #Twitter kanatti hirmaachuun dirqama seenaati. Duulli kun kan haalan qindaa’e fi iddoo baay’ee akka gahutti kan karoorfameedha!…

Seenaa Qabsaa’aa Jaal Addunyaa Magarsaa
Uncategorized

Seenaa Qabsaa’aa Jaal Addunyaa Magarsaa

sqeerrooJuly 4, 2023

Obboo Addunyaa Magarsaa: โ€˜Abbaa Gurraachaaโ€™ qabsoo Oromoo Obb Addunyaa Magarsaa bara 1976f Suudanii qabamee mana hidha lafa jalatti hidhame. Obboo…

Uncategorized

Seenaa Qabsaa’aa Jaal Abdiiwaaq Bantii

sqeerrooJuly 4, 2023July 4, 2023

J/Abdiwaaq Bantii (1974-2023) Jaal Kaffaaloo Bantii kan maqaan qabsoo “Abdiwaaq Bantii” jedhamu, haadha isaa Aadde Mulunash Muldhataa Birru fi abbaa…

seenaa Qabsaa’aa Obbo Waaqoo Tolaa
Uncategorized

seenaa Qabsaa’aa Obbo Waaqoo Tolaa

sqeerrooJuly 4, 2023

Obbo Waaqoo Tolaa (19–_1996) Obbo Waaqoo Tolaa abbaa isaanii Obbo Tolaa Boosoo fi haadha isaanii aadde Nuurituu irraa Godina Wallaggaa…

Hojjettootni waarshaa Sukkaara Finca’aa 6000 tahan miindaa dhorkaman.
Uncategorized

Hojjettootni waarshaa Sukkaara Finca’aa 6000 tahan miindaa dhorkaman.

sqeerrooJune 30, 2023June 30, 2023

Waarshaan Sukkaara Finca’aa hojii erga dhaabee baatii 3 tahuu beekame. Waarshaan sukkaara Finca’aa erga oomisha sukkaaraa dhaabee baatiiwwan sadii tahee…

yaadannoo Waggaa 3ffaa Ajjeefamuu Wellisaa Hacaaluu ilaalchisee ibsa ABO
Uncategorized

yaadannoo Waggaa 3ffaa Ajjeefamuu Wellisaa Hacaaluu ilaalchisee ibsa ABO

sqeerrooJune 29, 2023

Yaadannoo Waggaa 3ffaa Ajjeefamuu Artistii Jaallatamaa Hacaaluu Hundeessaa Ilaalchisee Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo โ€“ ABO Waxabajjiin 29, 2023 guyyaan…

Horroo Guduruu walllaggaa aanaa Guduruutti waraanni mootummaa dargaggoota 5 rasaasaan ajjeese.
Uncategorized

Horroo Guduruu walllaggaa aanaa Guduruutti waraanni mootummaa dargaggoota 5 rasaasaan ajjeese.

sqeerrooJune 26, 2023

#Oduu_Gaddaa Godina Horroo Guduruu wallaggaa aanaa Guduruu keessatti waraanni mootummaa dargaggoota 5 rasaasaan ajjeese. Oromiyaa bakkoota adda addaa keessatti ajjeechaan…

Waraanni mootummaa Namoota 8 manaa gadi baasuun bakka tokkotti rashane
Uncategorized

Waraanni mootummaa Namoota 8 manaa gadi baasuun bakka tokkotti rashane

sqeerrooJune 26, 2023

#Oduu_Gaddaa Shaggar kibba lixaa Aanaa Qarsaa Maallimmaatti waraanni mootummaa namoota 8 bakka tokkotti rashane. Kibba Lixa Shaggar aanaa Qaarsaa Maallimmaa…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Irreechi Birraa guyyaa Uummanni Oromoo bacaqii gannaa ofkalee booqaa birraatti ba’uu isaaf Waaqa isa Uumeef galata galchuuf jecha malkaa bu’uun kan irreeffatuudha.
  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • ๐——๐˜‚โ€™๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ข๐—ณ ๐—•๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐——๐—ต๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚ ๐— ๐—ถ๐˜€๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜€๐—ฎ ๐—•๐˜‚๐—น๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ ๐—”๐—•๐—ข ๐—๐—ฎ๐—ฎ๐—น ๐—–๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฅ๐—ผ๐—ผ๐—ฟ๐—ฟ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ (๐—ง๐—ฎ๐˜€๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ๐˜†๐—ฒ๐—ฒ ๐—ง๐—ฎ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐˜‚๐—ฟ๐—บ๐˜‚๐˜‚) ๐—œ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—œ๐—ท๐—ผ๐—ผ ๐——๐˜‚๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ -๐—”๐—•๐—ข
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.