Waraanni Bilxiginnaa reeffa Obboleessa Jaal Lammii akka uummanni hin awwaale dhorkatee.
Waraanni Bilxiginnaa reeffa Obboleessa Jaal Lammii akka uummanni hin awwaale dhorkatee. (SQ – Waxabajjii 19,2022) Mucaa xiqqaa Obboleessa Jaal Lammii…
Waraanni Bilxiginnaa reeffa Obboleessa Jaal Lammii akka uummanni hin awwaale dhorkatee. (SQ – Waxabajjii 19,2022) Mucaa xiqqaa Obboleessa Jaal Lammii…
Ajjeechaa suukanneessaan Viidiyoon marsaalee hawaasaa irraa naanna’aa jiru Walloo aanaa Daawwaa Caffaatti raawwatamuu Komishiniin Mirga Namoomaa Xoopiyaa ibse. (SQ-Waxabajjii 19,2022)…
Ajjechaan Jumlaa Guyyaa Saafaadhaan Lammiilee Oromoo Irratti Xiygeeffatee Humnoorq Mootummaatin Raawwatamaa Jiru Rakkoo Oromiyaa Fi Guutummaa Biyyattii keessaa Daranuu Hammeessa.…
Waraanni Bilxiginnaa Obboleessa Qondaala ABO Lammii Beenya kan ta’e Dargaggoo Hundaaโol Beenyaa Naqamteetti ajjeessan. (SQ – Waxabajjii 18,2022) Obboleessa Qondaala…
Oromiyaa Kutaalee adda adda keessatti Waraanni Bilxiginnaa dargaggoota Oromoo humnan ukkaamsun gara adda waraanaatti ergaa jiraachuu dhaga’ame. (SQ-Waxabajjii 16,2022) Waraanni…
Magaalaa Gambeellaa fi Naannooshe Keessatti Lammiileen Oromoo Nagaan Humna addaa Gambeellaatiin ajjeefama jiraachuun beekame. (SQ-Waxabajjii 16,2022) Odeessi Gambeella irraa SQ…
Manni murtii Walii gala Oromiyaa Beellama Koree Qindeessituu Mootummaa Ceehumsaa Biyyalessaa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoota ONN marsaa 10ffaaf dheeressee. (SQ-Waxabajjii…
Badhaasni ‘Haacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 22 bara 2014 Akka geggeeffamu Koreen Fawondation Hacaluu hundeessaa Ibsa har’a miidiyaaleef kennaniin ifoomsan. (SQ-Waxabajjii 15,2022)…
Hoogganaan Tigraay marii ifaa Keeniyaatti gaggeeffamuuf qophii ta’uu ibsan (SQ-Waxabajjii 15,2022) Dursaan TPLF Dabratsiyoon Gabramikaa’eel(PhD) mootummaan isaanii marii ifaa mootummaan…
Baga Hundeeffama Sagalee Bilisummaa Oromoo waggaa 34ffaa geessan. Deemsa Seenaa Sagalee Bilisummaa Oromoo. (SQ – Waxabajjii 14,2022) Seenaa Qabsoo Oromoo…