Kibba Lixa Shaggar Walisoofi Wanciitti waraanni Bilxiginnaa Dargaggoota hidhu itti fufee. (SQ-Adoolessa 12,2022) Kutaalee Oromiyaa hunda keessatti...
Year: 2022
Godina Shawaa Bahaa Liiban Cuqqaalaatti waraanni mootummaa Bilxiginnaa uummata qe’ee irraa buqqaasaa jiraachun dhaga’ame. (SQ-Adoolessa 12,2022) Jiraattonni...
Kaabaa Oromiyaa Wallootti Faannoo fi hidhattoonni Amaaraa weerara banan. (SQ – Adoolessa 11,2022) Humni Addaa Naannoo...
Godina Baalee aanaalee garagaraatti hongee mudateen ummanni balaa beelaatiif saaxilamuun miidhamaa jiraachuun himame. (SQ-Adoolessa 10,2022) Balaa beelaa...
Waraanni Bilxiginnaa Godina Wallagga Bahaatti maatii tokko keessaa namoota 3 dabalatee uummata nagaa 7 yoo ajjeesu Shawaa...
(SQ-Adoolessa 9,2022) Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosatitti Waraanni Bilxiginnaa Waraana Bilisummaa Oromoof dawoo taataniittu jechuun dararaan Ummata...
Senaatarri bulchiinsa Oriigan Jeef Meerkileey gaaga’amni namoomaa uummata Oromoo irra gahaa jiru isaan yaaddessuu himan. (SQ-Adoolessa 9,2022)...
Dhaabbanni Dhiyeessii Boba’aa Itiyoophiyaa bara 2015 tti boba’aa bituuf doolara biliyeena 5.6 na barbaachisa jedhe. (SQ-Adoolessa 7,2022)...
Baankiin Oromiyaa Damee isaa Maqaa Artistifi Qabsa’aa Oromoo Eebbisaa Addunyaattin Moggaase Finfinneetti Bane. (SQ-Adoolessa 7,2022) Baankii Oromiyaa...
Koreen Mootummaa Ce’umsaa Biyyoolessaa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoonni ONN Mana Murtiitti Dhiyaatan. (SQ – Adoolessa 07,2022) Miseensotni...