Xoophiya keessatti gatiin zayiitaa Nyaataa dachaan dabaluun yaaddoo guddaa uume. (SQ-Bitootessa 7,2022) Xoophiyaa keessatti sababa waraanaan walqabatee...
Year: 2022
Heerri naannolee akka jijjiiramuuf gaaffiin dhiyaate! (SQ-Bitootessa 7,2022) Warreen mirga sabootaa fi sablammootaa mulquuf barbaadan heera balleessuu...
(SQ-Bitootessa 6,2022) Godina Horro Guduruu Wallaggaa aanaa Jimmaa Gannatii keessatti kadireefi poolisiin Bilxginnaa namoota hedduu mana hidhaatti...
Qondaali ABO jaal Obbo Battee Urgeessaa Dhibee Tiruun Qabamee Wal’aansa Dhorkame! (SQ-Bitootessa 5,2022) Itti gaafatamaa Sab-qunnamtii ABO...
(SQ-Bitootessa 5,2022) Kaleessa galgala har’aatti bari’u Yuunversiitii Finfinnee Kiiloo 6 fi damee Yuunversiitii Finfinnee kan Fayyaa Safara...
Barataa Abduuba Tanii kan kaleessa Yuunversiitti Wachaaamootti rasaasaan rukkatame dhoksuuf yaalaa jiraachuun dhagaa’ame. (SQ-Bitootessa 4,2022) Kaleessa Yuunversiitii...
(SQ-Bitootessa 4,2022) Hayyuu Dureen Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) jaal Daawud Ibsaa Ebla 2, 2021 irraa eegalee...
Yuunversiitii Waachaamootti walitti bu’iinsa Barattoota Oromoo fi Amaaraa gidduutti uumameen barataan Oromoo tokko rasaasaan mataa yoo rukkuutamu...
,Manni murtii Birbirsa Gooroo beellama Qondaalota ABO galmee jaal Yeroosan jala jiran achi fageessuun dhaga’ame (SQ-Bitootessa 3,2022)...
Booranatti hojjettoonni mootummaa hiriiraa ba’uun saamicha Bilxiginnaa balaaleffatan. (SQ-Bitootessa 3,2022) Bitootessa 3,2022 Godina Booranaa Aanaa Waacilleetti...