“Mirgi keenya sarbameera. Namni nu dhaggeeffatu waan hin jirreef bitaa nu galee jira jedhan .”jiraattota Aanaa Amuruu
Jiraattonni magaalaa Amuruu ijoolleen isaanii hidhattootatti makaman, manni isaanii humnoota nageenyaatiin gubataa jira‼️ Godina Horroo Guduruuu Wallaggaa aanaa Amuruutti manni…