Bitootessa 24 yeroo kabajnu gaaffilee 7 kana yaadachuu qabna jedhan Deetaan Ministeera Nagaa duraanii Taayyee Danda’aa
“Tokkummaa keessoo sibiiliffa jabeessi. Obboloota waliinis hiriira kee sirreessi. Shiraa fi qumaara siyaasaa hundeerraa maseensi. Kaayoo bilisummaa, nagaa, haqaa fi…