Miseensota fi deggartoota Adda Bilisummaa Oromoo(ABO) biyya keessaa kora Waliin ABO fi KFOn jaarmiyaalee Hawaasaa Oromoo waliin murteessan ni tumsina jedhan
RAKKOON OROMOO OROMOODHAAN FURMAATA ARGATA! Waliigaltee “MARII KORA WALIINII” jila Jaarmayaalee hawaasaa Oromoo adda addaa fi jaarmayaalee siyaasaa Oromoo …