Godina Wallagga Bahaa Aanaa Limmuutti Gandootiin Aanicha jala jiran hunda keessatti waraanni mootummaa kaadiroota qabatanii baadiyyaa keessa...
Year: 2025
Hiriirri Tumsa Haqa Oromoo jedhu biyya UK magaalaa Landan keessatti Sadaasa 10 bara 2025 adeemsifame. Kaayyoon hiriira...
Manni Amantaa Sinoodosii Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Ibsa baaseen ajjeechaa Arsii keessatti tahe balaaleffate. Baatii Onkoloolessa qofa...
“Warri kaabaa deebi’anii akka biyya kana qabatan ABOn hin eeyyamu duras ni dhaabbanna “.Jaal Abdii Raggaasaa ABOn...
“Hojjetoonni fayyaa 9 balaa konkolaataan lubbuun darban”. Konkolaataa balaan qaqqabe keessa walumaa galatti namoonni 28 akka turan ...
Haleellaa lixa Shaggar Noonnootti eda halkan raawwatameen namoonni nagaa 21 ajjeefaman Eenyummaan isaanii adda baasuun ulfaate...
Bara bulchiinsa Paartii Badhaadhinaa wal qixxummaan dhabamuun waan akka tasaa dhalate miti, meeshaa ittiin biyya bulchan ta’uun...
“Kuma 700 galchinee obboleessa keenya lakkisiifanne;Baankii ACCOUNT sun Bahirdaaritt banama Maqaan isaas suuraa nama sanaan ni jira...
Liqeessitoonni Itoophiyaa ‘seeraan’ gaafachuu malla jedhan. Mariin liqaa Itoophiyaan osoo hin kaffaliin hafte irratti xiyyeeffachuun Ministeera Faayinaansii...
𝐃𝐮’𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐟 𝐁𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐚𝐛𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐬𝐞𝐞𝐧𝐬𝐚 𝐁𝐮𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐀𝐁𝐎 𝐉𝐚𝐚𝐥 𝐓𝐨𝐥𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐞𝐠𝐢𝐢 𝐃𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐈𝐛𝐬𝐚 𝐆𝐚𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐀𝐝𝐝𝐚 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨...