Wallaggaa lixaa Aanaa Ayiras Gullisoo Ganda #Maaruu jedhamutti waraanni Mootummaa Torban tokko keessatti namoota 11 manaa baasee...
Year: 2025
Abbaan alangaa Taayyee Dandaa irratti himannaa haaraa sadii bane! Abbaan alangaa Ministira Nageenyaa duraanii fi miseensa...
Ministeerri Barnootaa dhimmoota adeemsa baruufi barsiisuu dhaabbilee barnootaa jeeqaniifi gochoota duudhaa Itoophiyaa faallessan ittisuuf wixinee qajeelfama qopheessee...
Barattoonni Yuunivarsiitii mootummaa Wixata sadaasa 17/2025 Ministirri Barnootaa Piroofeesar Berhaanuu Naggaan qajeelfamni barattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo bara...
Vaayirasii ‘Marburg’ Dhibeen Vaayirasii tibbana Jiinkaatti muudate maalummaansaa beekamuu Ministirri Fayyaa beeksise. Ka’umsi dhukkuba Heemooraajik Fiivar Naannoo...
Paartilee Morkattootaa irraa Haala Filannoo Bilisaa fi Haqa-qabeessa Itiyoophiyaa Keessatti Gaggeessuuf Mijeessuu Ilaalchisee Ibsa Waloon Kenname =======...
Godina Wallagga Bahaa Aanaa Limmuutti Gandootiin Aanicha jala jiran hunda keessatti waraanni mootummaa kaadiroota qabatanii baadiyyaa keessa...
Hiriirri Tumsa Haqa Oromoo jedhu biyya UK magaalaa Landan keessatti Sadaasa 10 bara 2025 adeemsifame. Kaayyoon hiriira...
Manni Amantaa Sinoodosii Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Ibsa baaseen ajjeechaa Arsii keessatti tahe balaaleffate. Baatii Onkoloolessa qofa...
“Warri kaabaa deebi’anii akka biyya kana qabatan ABOn hin eeyyamu duras ni dhaabbanna “.Jaal Abdii Raggaasaa ABOn...