Miseensotni ABO Leenjii Qondaalummaan Marsaa 5ffaa Har’a Haaromsa Fudhataa Turan Xumuratuun Waadaa Isaanii Haaromsatan. Addi Bilisummaa Oromoo...
Year: 2025
G/H/G/Wallaggaa Aanaa Abee Dongorootti Dubartoota Ulfaa fi Daa’imman dabalatee jiraattotni 6,000 ol tahan beekaaf saaxilamuun waan nyaatan...
Ogeessi seeraa Girmaa Baqqalaa Goobanaa Bunnoo Beddelleetti hidhamtoota Siyaasaa Mirga wabii eegde jechuun hidhame‼️ Godina Buunnoo Beddellee...
Gochi suukkanneessaafi daguuggaa sanyii tibbana Aanaa Abee Dongorootti uummata Oromoorratti raawwatame ammas dabalataan Magaalaa Angar Guuteetti raawwatamuuf...
Rakkoo Nageenyaa isaan mudatuuf gara Qaama Olaanaa Finfinneetti iyyatan illee deebii dhabanii ajjeechaan hiree taateef. Hagayya 29/2025...
Yakka Duguuggaa Sanyii finxaaleyyii Amaaraa Mootummaan hundoofte Ummata nagaa jumulaan ajjeesuun qabeenyaa isaanii saamte. Godina Horroo Guduruu...
Liyyuu Hayiliin Soomalee Alshabab waliin ta’uun Daangaa Oromiyaa gama Moyyaaleen lola bananii jiru. Baatii tokko dura Mootummaan...
Magaalaa Finfinnee keessatti guyyaa Hagayya 27/2025 irraa eegaluun guutummaa magaalittii keessatti waardiyyoota mana bank dabalatee gamoo dhuunfaafi...
Ibsa gammachuu Mootummaa Itoophiyaa dhimma lafa Oromiyaa #Moyyaalee kite Naannoo Somaaleef kenname ilaalchisee karaa Embaasii isaa Nairobi...
“Ethiopia fi Oromia Ispeen fi kaatalooniyaa! “Qabsoon walabummaa Kaatalonotaa sadarkaa qabsoo irra darbee kubbaa miilaa keessatti illee...