Wallaggaa Bahaatti humnootiin Finxaaleyyii Weerara bananiin lubbuun namoota nagaa 13 ol darbe. Faannoon (ፋኖ) ummata Oromoo wallagga...
Year: 2025
#Hidhaa Daa’ima waggaa 12 Abbaa kee fidi jechuun qaamotni Nageenyaa #Matakkalitti hidhan. Godina Matakkal Ona Dibaaxii ganda...
Ebla 15 Guyyaa Ilmaan Oromoo Bilisummaa saba isaaniif wareegaman yaadannee, guyyaa itti Irbuu keenya haaromsannudha. Ibsa Qeerroo...
“Bara 2019 irraa eegalee barattoonni waggaa 3ffaa xumuran waggaa 4ffaa osoo hin seenin dura waggaa 1 tajaajiluun...
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abee Dongorootti Himnootiin Finxaaleyyii Amaaraa konkolaataa Ummataa irratti Dhukaasa bananiin Yoo xiqqaate...
Humnootiin Mootummaa Naannoo Amaara hidhachiisamanii Oromiyaa keessatti yakka Ajjeechaa raawwatan HGW Jaardegaa Jaarteetti jumulaan nama fixan....
“Tokkummaa keessoo sibiiliffa jabeessi. Obboloota waliinis hiriira kee sirreessi. Shiraa fi qumaara siyaasaa hundeerraa maseensi. Kaayoo bilisummaa,...
Burtukaan Tamasgeen Kabbadee Eenyu? Torban kana dubartiin Maqaan ishee Burtukaan Tamasgeen jedhamtu gama dhaabbata TV #EBSn as...
Hariiroo waloo keenyaa fi Wahillan Qabsoo keenyaa gidduu jiraatu hariiroo siyaasaa nama hawwatu tahuu qaba. Ibsa Qeerroo...
KFO fi ABOn Boolla Goondaa/Qanyuur Tuqan Hinjiru. Jecha “Pandora’s Box” jedhamu wajjin kan wal fakkaatu tokko Oromoon...