Sirni Gadaa Madda Dimokiraasii Ammayyaa Gaaddisa Marii fi Marabbaa Oromoon Makkoo fi Rakkoo Isaa Keessatti Mari’atuu dha....
Year: 2025
Waamicha lammummaa sab-boontota Oromoo hundaaf Waajjirri ABO Wiirtuu (Gullallee) waggoota shaniin booda, Waxabajjii 09, 2025 dhaabichaaf deebi’uu...
Waajjirri ABO Gullallee Dhaabichaaf Deebi’e Waxabajjii 09, 2025 guyyaa har’aa ABOn ifatti (officially) Waajjira isaa Wiirtuu (Gullallee)...
Odeessa_Hidhaa! [SBO-Caamsaa 20, 2025] Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Adamsuun Akkuma Itti Fufetti Jira. Guyyaa har’aa Caamsaa...
“Dhimmi ogeessota fayyaa sadarkaa yaaddessaa irra gaheera” – waldaa Narsoota Itiyoophiyaa Dhimmi ogeessota fayyaa sadarkaa yaaddessaa irra...
‘Sadarkaa hammaataarra gahuu dura atattamaan falli haa kennamu’ – Waldaa Hakiimota Itoophiyaa. Waldaan Hakiimota Itoophiyaa duula ogeeyyiin...
Jiraattonni magaalaa Amuruu ijoolleen isaanii hidhattootatti makaman, manni isaanii humnoota nageenyaatiin gubataa jira‼️ Godina Horroo Guduruuu Wallaggaa ...
Godina Jimmaatti Hojjettootni Mootummaa dirqamaan ijaarsa Gamoo paartii PPf miindaa isaanii irraa akka muramu murtaaye. Hojjettoonni caasaa...
Adeemsa Walqaayit lammaffaa uumuu: Daba keessaa fi alaa Oromoo fi Amaarri daangaa dheeraa waliin qabaachuun mirkana. Fiixee...
Godina #Matakkal Aanaa Dibaaxeetti Waraanni PP mana cidhaa irratti dhukaasa baneen namoonni nagaa 7 yoo ajjeesu 4...