Liyyuu Hayiliin Soomalee Alshabab waliin ta’uun Daangaa Oromiyaa gama Moyyaaleen lola bananii jiru. Baatii tokko dura Mootummaan...
Year: 2025
Magaalaa Finfinnee keessatti guyyaa Hagayya 27/2025 irraa eegaluun guutummaa magaalittii keessatti waardiyyoota mana bank dabalatee gamoo dhuunfaafi...
Ibsa gammachuu Mootummaa Itoophiyaa dhimma lafa Oromiyaa #Moyyaalee kite Naannoo Somaaleef kenname ilaalchisee karaa Embaasii isaa Nairobi...
“Ethiopia fi Oromia Ispeen fi kaatalooniyaa! “Qabsoon walabummaa Kaatalonotaa sadarkaa qabsoo irra darbee kubbaa miilaa keessatti illee...
Gabaasi Ministeera Dhimma Alaa Yuunaayitid Isteetis qabiinsa mirga namoomaa irratti waggaa waggaan bahu kan bara 2024 ifoome,...
Daba Siyaasaan Daangaa Oromiyaa Dabarfamee Kennamu Hin Eeyyamnu! Ijoo Dubbii-ABO Qe’een Oromoon bara baraan irra jiraataa turee...
Qabsaawaa, barreessaa fi gaazexeessaa kan tahe Jaal Kumsaa Buraayyuu of biraa dhabuun gadda guddaa dha. Ibsa Gaddaa...
Hayyuun Oromoo Bara Jireenya Isaanii Guutuu Qabsoo Oromoof Qooda Guddaa Kennaa, Oromummaa Ijaaruuf Ifaajjaa turan Dr.Moggaa Firrisaa...
Murtii fi Kutannoolee Walgahii 3ffaa GS ABO Adoolessa 8, 2025 Gumiin Sabaa ABO walgahii isaa dhaabbataa 3ffaa...
Har’i Yaadannoo Waggaa 5ffaa Wallisaa fi Qabsa’aan Oromoo Art.Hacaaluu Hundeessaa Itti Ajjeefamee dha. Haqni Hacaaluu Waggoota 5f...